1. AANNAN:- Aannan furdina dabaluu qofa odoo hin taane maashaa(muscles) dabaluuf illee itti fayyadamamaa ture!
2. RUUZA:- Ruuzni nyaata mijataa fi rakasha waan ta'eef namuu laaftutti argatee nyaachuu danda'a!
3. AVOKAADDOO :- Avokaaddoon tokko nyaachuutu killee afur guyyatti nyaachuurra caala .
4. LOOWZII FI ZAYITA LOOWZII :- Guyyatti hammaarrii lama nyaataa waliin nyaannaan daddaftee kiloo idaata!
5. FOON DIIMAA:- Foon diimaa argachuu dandeessee kan nyaattu taanaan maashaalee keenya ijaaruuf waan gargaaruuf ulfaatina dabaluuf ni fayyada!
6. KILLEE /HANQAAQUU :- pirootooniin baayyee waan of keessaa qabuuf kiloo dabaluuf gaaridha!
7. BAADUU:- Faatii, pirootoonii fi kaalsiyemii baayyee of keessaa qabdi!
8. ITITTUU:- mimmii'eeysuuf sukkara itti ida'uun hin barbaachisu!
9. PAASTAA
10. DINNICHAA FI MIXAAXISA
Hub:- maxxansi kun warra qaqal'aa yaadamee waan maxxanfameef warri fufurdaan suutuma ja'aa!!
Fayyaa hin dhabinaa!!
By Dr Abdulfetah Ibrahim